Psalms 78:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maro hagami lafa aloo ta gamooji keesati isaati gargale, isa dide garaa isaa yake!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa meeqa gammoojjii keessatti isa dhiban! lafa onaatittillee hagam isa gaddisiisan!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan goomolee keessatti yennaa hedduu isa irratti ka'anee, gammoojjii keessatti yennaa hedduu isa gaddisiisane.