Psalms 78:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka inni waan mama jabdu diida Soani keesa, lafa Misiri keesati tolche, ded'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkata maalale'ee ka inni Misiritti godhe; hujii baasaa ka gammoojjii Zoo'aanii keessatti mudhise hin yaadanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
biyya Gibxi'ii keessatti hujii baasaatii fi bilbaasota inni diida Zo'aaniititti huje hin qaabanne.