Psalms 78:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni tiite worra gaargalchuufi raacha lafa worraa balleesuufi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duula tiisisaa isaanitti gad dhiise; isaanillee isaan iddan; raacha isaanitti erge; isaanillee namoota balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tiiticha isaan iddu, raacha isaan balleessu itti erge.