Psalms 78:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mukha worraa ka zabibu bokaya d'akhaani roobuuni balleese, odale bokayaani balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biqiltuu woyinii isaanii barada'aan; muka hurbu'uu isaaniillee qorraan balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muka woynii isaanii dhakaa roobaatiin, muka harru'uu ka isaanii qorraan balleesse.