Psalms 78:49 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka taka inargini gugubate worrati dallane, ergattu isaa, ta woi balleesitu worrati erge, aka hama worra balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsa ufii jabaa isaanitti erge; dheekkamsa ufii; lola ufii ka hinaaffa'aatii fi balaa ufii isaanitti erge; duula maleekka'aa ka balleessu isaanitti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni aarii ifii ta bobeettu, mufii ifii, aarii jaddu'uu fi golii ergantoota Waaqaa ta balaa badi'ii hiikee isaanitti gad lakkise.