Psalms 78:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aada gumi Israeliti kenne, seera d'aloota Yakobo barsiise. Inni waan abbooti teennaani jed'e, seera kiyya ilmaani teesani barsiisa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobii seera hundeesse; Israa'elittillee seera dhaabe; akka ijoollee ufii barsiisan; abboota teenna ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ajaja sanyii Yaaqoobiitiif kennee, seera Israa'el keessatti baasee, ijoollee ifiille akka barsiisanu abbootii teenna ta durii ajaje.