Psalms 78:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni gumi ufi aka tissitu dura deeme, lafa aloo ta gamoojiti geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii ufii ammo akka hoola'aatitti isaan baase; lafa onaatitti akka gobbu'uutitti isaan masakke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni kolbaa ifii akka hoole'ee achii baasee, akka tika hoole'eelle goomolee keessa isaan sooresse.