Psalms 78:53 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ka worri soda womaatu inqamne, nagayaani worra gegeese, ammo baariinini nyaapa worrati fach'aate balleesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nagayaan isaan masakke; isaanillee hin sodaanne; diintota isaanii ammo galaanatu liqimse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nageyaan waan isaan sooresseef, isaan hin sodaanne; diinota isaanii ammoo abbaayaan liqinsite.