Psalms 78:54 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni lafa qulqullootini worra d'ufe, gaareeni inni harka ufiitini dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara gaara woyyuu harki isaa argamsiiftee kana; gara biyya woyyitti'ii isaan galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara lafa woyyittii ifii, gara gaara harka ifii middichaan injifatee qabateeruu isaan fide.