Psalms 78:55 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama qara lafa suni keesa tau gumi ufi duraa gusse, lafa isaani gosa Israeliti gargari qoode, maneeni worraale gumi isaati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii isaan afo'oo ari'e; lafa isaanii ristii godhee isaanii qoode; gosa Israa'elii mana diintota isaanii keessa jiraachise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa biyya adda addaa isaan duraa ari'ee baase; lafa isaanii isaan dhaalchisee, mana isaaniille gosa Israa'eliitiif qoode.