Psalms 78:57 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isati garagale, akuma abbooti worraa isa dide, akuma guubeeni dabde qonyatu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'anii akkuma abboota isaanii gantoota ta'an; akka buundhee daddabaa hin amansiifne ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akkuma abbootii ifii ta durii irraa garagalanee, addatamuu dhabanee akka guubee qajeelatti daaya hin darbannee micciiramane.