Psalms 78:58 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla waaqa d'ara iti kad'atu jaare waaqa d'ara suni harkani boch'ate, akanaani isa dallansiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isaanii ka itti sagadan ka tulloota gubba'aatitti isa dheekkamsiisan; waaqolee tolfamaa isaanii ka bocameen isa hinaafsisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee waaqonfannaa ifiitiin isa aarsane; waaqota dharaa ifiitiin hinaaffa'atti isa kaasane.