Psalms 78:59 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan kana arginaani guddo dallane worra isaa ka Israeli dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa kana dhagaye guddisee dheekkame; Israa'eliin sirima dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi tana yennaa dhage'e, aaree bobe'e; inni ijjumaa Israa'el gate.