Psalms 78:61 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Sanduqa isaa ka Wold'aqisa, ka jabeennaafi guddinna isaa nama garsiisu, harka nyaapa keennati lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkata hunnaa akka booji'amu taasise; ulfinnallee dabarsee diinaa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Saanduqa Gondooro'oo, ka beessisa hunnaa isaatii fi ulfinna isaa te'e, harka diinaatitti booju'uuf dabarsee kenne.