Psalms 78:65 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani duuba eege, AABBO Waaqi lafaa kae, aka nama jaba daad'i d'uge iyye lafa gaargalche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan akka waan hirribaa dammaquutitti ka'e; akka janna machiin irraa badeetitti ol jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Goottaan akka waan hirriibaa dammaqee, akka nama janna daadhii woyni'ii quufee dhaadatuu ka'e.