Psalms 78:69 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti inni Mana ufi qulqullo, ka akuma worra isaa ka gubba jiru jaare; inni mana suni jaba aka d'akha tolche, haga jiru jireenna qorqorate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana ufii woyyuu akka ol gubbaa gudda'aatitti; akka lafa baraa haga bara baraa hundeesseetitti ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mana Woyyicha ifii akka kooba dheera'aa ijaaree, akka lafaa haga bara baraa jabeessee dhaabe.