Psalms 78:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani worrileeni Waaqa d'ugeefate, waan inni tolche ch'ufa qaabate, seera isaa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Rabbiin abdatan; hujii Rabbiillee hin irraanfatan; ajaja isaallee hin eegan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ijoolleen sun Waaqatti addatti; hujii Waaqaalle hin deetu; ajaja isaalle yennaa mara eeggatti.