Psalms 78:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani worri ababoota ufi, ta mata jabaate, Waaqa dide, aka dansa garaa tokooni Waaqa d'ugeefate gula iyyaaiini iraa gora.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo akka abboota isaanii; morkattootaa fi worra dhibu; worra garaan isaanii hin qajeelle; dhala Hafuurri isaanii Rabbiin hin abdanne hin ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka abbootii ifii ta durii, mati-jabeeyyi'ii fi worra Waaqa irratti ka'u, worra gadhaan isaanii Waaqaaf addatamumma'aan hin jabaanne, worra qalbiin isaanii Waaqaaf hin addatanne hin te'anu.