Psalms 79:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti d'ibiini maafi, Waaqi keesani me? Jette nu gaafati. Aka atini gosa d'iiga hojattu teeti jissite gaargalchitu nu garsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin, «Waandhi isaanii meeti?» maaf haa jedhan? dhiiga tajaajiltoota teetii ka jigee; akka ati ija teenna afo'otti haluu baate baniin haa beekanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa maaf, «Waaqi isaanii meet?» jedhanee gaafatan ree? Dhiiga tajaajiltoota teetii ka dhangalaafameef, ila teenna duratti haluu bayiisi keeti, gosa biyya adda addaa oddu'utti beekkamuu ti.