Psalms 79:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti nu d'aatu jirtu nu arabsite nu kofalte nu goyeesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee olloota keennaa worra cooraa; worra naannaya keenna jiraniif worra kolfaatii fi worra itti baldan taane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti gosa biyya addaa ta ollaa keennaatiif shasha, gosa biyya adda addaa ta adaala keennaatiif, waan murgo'ootii fi waan coora'aa teeneerra.