Psalms 79:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini haga jiru jireenna nuti dallanta? Dallansuuni tante aka ibida bobau illakiftu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! kun haga yoomiiti? baraa haga bara baraa loltaa? hinaaffaan kee hoo akka ibiddaa bobaya'aa turaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, kun haga yoomii akkas te'a? Ati haga bara baraa aartaa? Hinaaffaan teeti haga yoomii akka ibiddaa bobeetti ree?