Psalms 8:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami maani, ka atini teete waan isaa hereddu? Inni maani kana, ka atini teete waan isaa yaaltu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ati akkana yaadduuf kun maali'i? ilmi namaa ka ati kunuunsitu kun maaluma waan ta'eef?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka ati isaaf yaadattuuf, nami maan inni? Akka ati isa kunuunsituuf, ilmi namaa maan inni?