Psalms 80:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maafi dalla isiini jaarani ch'absite? Amma tana nami d'aatu bahu ch'ufti dandae mid'aani isii hata;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa dhufa'aa lufaan; akka daraaraa isi'ii guuratu maaf kaloo isi'ii diidde?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati maaf dalleya isatti marfameeru irraa diiddee, nami karaa san dabaru marti midhaan isaa irraa guurata ree?