Psalms 80:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa gudda, nuti deebi! Gubbaa nu ilaali, kooti gumi te baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Waaqa banii maraa gara keenna deebi'i; sami'ii gad laali; argi; muka woyini'ii tana kunuunsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa waan mara dande'u, gara keenna deebi'i; ol-gubbaa irraa gad nu ilaalii, nuu dhaggi; muka woyni'ii kana kunuunsi.