Psalms 80:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kooti, zabibu atini oobrite, jabeesite tana baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tun biqila harki kee ka mirgaa dhaabe; biqiltuu ufii margisiifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muka harki keeti middichi dhaabe kana, biqiltuu ifiif guddifate tana eegi.