Psalms 80:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu laalefacha aka sagale nu soorachiifte, imimaani muduunu guute nu obaafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buddeena imimmaanii isaan nyaachifte; akka bisaanii imimmaan isaan obaafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati imimmaan akka sagale'ee isaan areerte; akka bisaanii imimmaan isaan obaatte.