Psalms 81:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gammada, Waaqa jabeenna nuu kennu sirba, Waaqa Yakobo faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa jajjabeenna keenna ta'e gammachu'uun faarfadhaa'a; Waaqa Yaaqoobiitiif ililfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa jabeenna keenna te'eef, qoonqoo guddo'oon faarsa'a; Waaqa Yaaqoobiitiif ilillisa'a.