Psalms 81:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase. Afaani keesani na dura qabad'a, anini isani quubsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biyya Misiriitii si baase; Ani Rabbi Waaqa keeti; afaan kee badhisii banadhu anillee sitti guutaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan, ka lafa Gibxi'ii keessaa isin baase; afaan keessan badhisa'aatii banadha'a; anille hin guuta.