Psalms 81:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini, aka worri mata jabaate, waan fed'u tahu, iti lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka karoora hawwii ufiitiin deeman; dabarsee worra garaa jabaatanitti isaan kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani mataa jabeeyyii akka te'anuuf, yaada ifiille akka hordofanuuf isaan lakkise.