Psalms 81:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na jibbu na sodaate na durati jilbifata; gaargali worraa haga jiru jireenna inhobau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Rabbiin jibban isa afo'otti hollatan; adabbiin isaaniillee haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ana Mootii Waan Maraa jibbu na duratti hin jiganiiyyu; adabbiin isaaniille haga bara baraa hin teetiiyyu.