Psalms 81:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya baatitifi ka goobana magalata d'aa, jila tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Addeessa guutu'utti; guyyaa ayyaanaa keenna ka ulfinnaa; seensa ji'aatitti; hennaa baatiin baatu xurumbaa afuufaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baatii ji'aatitti, goobana ji'aatitti, guyyaa jila teennaatitti tultullaa afuufa'a.