Psalms 81:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ulfinna isani baatani dudda iraa isani fuud'e, matofari isani baatani isani iraa lafa naqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ceekuu isaa ba'aa jalaa baase; harka isaa keeshee akka hin qabanne boqachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani gurmuu teessan irraa ba'aa buuse; harka keessan kollonjoo qabatiisa irraa bilisa baase.