Psalms 82:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ka abba kora gubba, woldeenna Waaqa ch'ufa keesati dubbate waan jed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi gumii waaqolee tolfama'aa keessa taa'ee maqaa baye; waaqolee tolfama'atti hin murteessa; akkana jedha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi yaa'ii ol-gubba'aa keessa dhaabbata; waaqota oddu'utti muraa kenna.