Psalms 82:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesafi ilmaani hiyyeeyi abbaafi haad'a inqamne d'uga d'owartani indabsina; d'ipatafi nama woma inqamne dubbad'afi qarqaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hunna hin qabnee fi hiyyeeyyi'ii murteessaa'a; mirga rakkata'aatii fi ka fayyaalessaa kabajjisiisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dadhaba'aa fi ijoollee abba'aa fi haadha hin qanneef, dhugaa mura'a; worra hiyyeeyyi'ii fi worra cunqurfamaa haqa isaanii eega'a.