Psalms 82:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra irre inqamne kana harka nama worra dabsu jalaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka fira hin qabnee fi rakkataa oolchaa'a; dharticha harkaa isa buusisiisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dadhaba'aa fi hiyyeeyyii hambura'a; harka worra hamaaleyyi'ii keessaa isaan baasa'a.