Psalms 82:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani daalle woma imbeetani! Isani ya hamatani waan hamtu ch'alla tolchitani, d'ugaani ya lafa keesaa bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isaan beekkumsaa fi hubannaa hin qaban; dukkana keessa asii fi achi deddeeman; hundeewwan lafaa maruu raafaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri hamaaleyyiin hin beekanu yookiin womaa hin hubatanu; dukkana keessa deddeebi'an; hundeen lafaa duudiin raafante.