Psalms 83:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, afaani qabate, dubbachu dide, ch'allifte ufuma intahini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! hin cadhisin; Waandhana! cadhiftee hin laalin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, hin cadhisin; hin sarmin yookiin cadhittee hin ilaalin.