Psalms 83:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma atini jaarole tana lamaani, Orebufi Zeebu tolchite, jaarole worraale tolchi. Akuma atini jara kana lamaani Zebafi Zalmuna,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qondaaltota isaanii akka Heereebiitii fi akka Zeebii; abboota murti'ii isaanii maraa akka Zabiheeliitii fi akka Silmaana'aa isaan godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltota isaanii akkuma Oreebiitii fi Ze'eebii, sooressitoota isaaniille akkuma Zeeba'aa fi Xaalmuna'aa godhi.