Psalms 83:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka, Nu lafa Waaqaa ufuma fud'anna jed'e, dabsate, hayyoota worraale dabsad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin worra «Hulee Rabbii ka margaa; fudhannee kenna haa taasifannuu» worra jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Lafa kaloo kolbaa Waaqaa fudhannee teenna godhanna» worra jedhe.