Psalms 83:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, ch'eeraani worra balleesi, aka worri jabeenna kanke argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! akka maqaa kee hawwan; fuulli isaanii haa saalfatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, akka isaan maqaa keeti barbaadanu, isaan fokkisiisi.