Psalms 83:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra ha dabsatani, haga jiru jireenna mudamsiisaniti; worri ha aka male ch'eere hobauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraa haa saalfatan; haa raafaman; salphatanii haa badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga bara baraa isaan qaanessiitii naasisi; isaan salphinnaan badanuu ti.