Psalms 83:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha aka atini AABBO Waaqi ch'allaani lafa ch'ufa mohate fidu, beekhuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka maqaan kee Rabbiin callaa ta'e; akka ardii maraa irratti ka maraa ol taate haa beekanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan maqaan keeti Mootii Waan Maraa akka te'e, ati callaan lafa duudii irratti Waaqa Ol Aanaa akka teete beekanuu ti.