Psalms 83:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u, Koota, gosa worraa balleesina, aka worra Israeli deebiani inqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammaa achi maqaan Israa'elii akka hin qaabatamne; akka banii hin taane koottaa isaan haa balleessinuu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Maqaan gosa biyya Israa'elii, deebi'ee akka hin qaabatanne, akka isaan kolbaa hin teene, kowaa, isaan balleessinaa» jedhan.