Psalms 84:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani toko ka Mana kanke keesa olaani, guyya kuma toko ka fulla d'ibi olaani ira jira; fulla anini mana worra ch'ubbuti galu ira, hojja anini balbala Mana Waaqa kiyya keesa eju ira naa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bakka biraa guyyaa kumaa jiraachuu irra; guyyaa tokko bayima kee keessa ooluu woyya; daasee hammeeyyi'ii keessa taa'uu irra; balbala mana Waaqa kiyyaa dhaabachuu filadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee dhibii guyyaa kuma tokko ooliisaa mannaa, badhinna Galma woyyicha keetii keessa guyyaa tokko ooluu woyya; Dunkaanii worra hamaaleyyi'ii keessa tee'iisaa mannaa, eedduu balbala mana Waaqa kiyyaa te'u naa woyya.