Psalms 84:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka aduu nuu tahe, aka wonte nu qorqorate, nu qarqaare, guddinna nuu kenne, nu eebise. Inni nama d'uga gula deemu waan dansaa tokole ind'owu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi adu'uu fi wontee waan ta'eef; Rabbi gaachena fi ulfinna namaa kenna; Rabbi worra qajeellumma'aan jiraatan; waan mishaa isaan hin dhooggatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi akka adu'uu tii fi akka wonte'ee ti; inni fudhatamaa fi ulfinna akka dhaggatanu hin godha. Mootiin Waan Maraa worra komii hin qanne, waan dansaa hin dhooggatu.