Psalms 84:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Mana kanke keesati galu, ka hojja ch'ufa si faarsu, ayyaana akami qaba!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mana kee keessa jiraatan worra eebbaati; isaan baraa haga bara baraa si galatoonfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri mana keeti keessa le'u ka gammade; isaan yennaa mara si leellisan.