Psalms 84:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri bale Baka keesa dabru, isiini garagalte madda bisaani taati; bokaya hagayyati isi bisaanini guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa dhooqa gogaa «Bakaa» jedhamu keessa lufan; Rabbi burqaa isaaniif burqisiisa; haroowwan isaanii rooba badheessaatiin guuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa dhooqa godde, ta, «Baka» jedhantu keessa dabaranu, addee maddaa isaaniif teeti; bokkeenni furmaataalle dhooqa san keessa haroo eelcha.