Psalms 84:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ato deemu jajabaate, Waaqa, waaqoota ch'ufa ira jiru, Sioni gubbati arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunna irraa gara hunnaa ceeyan; isaan maruu Waaqa Tsiyooniin jiru afoo dhiyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akkuma deemanuun jabeenna ede'atan; Waaqa Xiyoon keessaa dura hin dhikaatan.