Psalms 84:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gudda, kad'acha tiyya naa d'agayi; Ee Waaqa Yakobo, na ch'aqasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa banii maraa! faatee kiyya dhagayi; yaa Waaqa Yaaqoobii! naa caqasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa waan mara dande'u, daadimata kiyya dhage'i; Waaqa Yaaqoobii na caqasi.