Psalms 85:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qajeelumti namaa lafa ira kaate oldeemte, d'ugaani Waaqaleeni gubbaa gadi ilaalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amanamummaan lafaa biqilte; balchummaan sami'ii gad laalte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addatamummaan lafa keessaa latti; balchummaan ol-gubbaa irraa gad ilaalti.